3 Eegi turani, gaafa toko Kainiini waan oobru keesaa argate d'ufeeni AABBO Waaqaa baase.
Eegi suni ilma d'ibi d'alte maqa Habili baafteefi. Habiliini nama ree tissu, ammo Kainiini nama oobru qotu.
Habiliini ree qara d'alate qale fooni gabbo AABBO Waaqaa baase. AABBO Waaqi waan Habiliini baaseefi jaalate iraa fud'ate,
Duuba eege waan lafti oola taateefi bisaani dareera Kaanileeni ch'itani.
Gaafa mana suni isaa kennani, anini Yerusalemu keesa injiru, wonti akanatiifi ganna sodomi lameeso ka Artashartani lafa Babiloni fide keesa anini gara isa d'aqe. Diqo wo bule jennaani, Yerusalemuti deebiu fed'a,
Anini sagale, sagale ira dansa, ta worri Israeli ganna ch'ufa naa baasu, sii kenna; d'ad'a, daad'i, mid'aani.
Gaargala worraati! Ya kara Kainini deeme fud'atani; ya maro horitiifi akuma Balaamu wollaala gula badani; ya aka Korani lole lolani ufi balleesani.