8 Jennaani Yudaani waan Onani oboleesa Eritiini jed'e, Niiti oboleesa kanketi d'aali, ilme kosi lakisiifi.
Intalti isaa guddooni waan diqooni jette, Abbaani keenna ya jaare, d'iirti tokoleeni lafa keesa injirtu, ta nu fuute nu ira ilme argannu.
Ammo Naomiini waan jette, Dubra tiyya, na gula iyyaaiina, dachaa; d'iirti d'ibiini garaati na inhamne ta isani fuutu.