3 Jennaani inni achii kae gama Betheli gula godaane. Fulla qara qubate taani, ta Bethelifi Ai jiddu,
Abramuuni godaanuma godaane, mukha woyyu ka lafa More, fulla qulqullo Shekemutiini bahe. (Gaafasi gochiti Kanaani jed'ani lafa suni keesa jirti.)
Musani gaafa worra erge suni waan jed'eeni, Armaa mirga yaa, lafa kanaani bitaani duuda, duuba lafa gaareeniti iti d'aabad'a.
D'ugefachaani inni lafa Waaqi isaa kakhate keesa tae, aka keessuma. Waaro keesa, akuma Isaaqofi Yakobo tae, ka kakhu suni Waaqa iraa argate.