9 Dubbi d'uga ha aka dansa jabeesu, ta d'ugefataniifi ta waan barsiisatini woli fakaattu. Kara kanaani inni dandae nama d'ibi barsiisa d'ugatiini qarqaare, wollaala nama didule agarsiisa.
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini aka hojattuuni tiyya Ayubuni nama d'uga qajeela Waaqa sodaate waan hamtu lagatu agarte? Lafa keesa nami aka isa injiru. Ato atini na sobatte, ka inni woma intahiini akanumati iti na kaaftele, inni akuma kaani na jaalate naa saalfata.