Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Roomaa 8:11 - KITAABA WAAQA

11 Yo Lubbuuni Waaqaa ta Yeso duisa keesaa kaafte isani keesa jiraatte, yoosi ka Yeso duisa keesaa kaase nafa keesanile jireenna inkenna, Lubbuuni isaa ta isani keesa jirtuuni.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Roomaa 8:11
37 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Worri keenna ka duri due injiraata, reefi worraa inkaa. Nami due awaala ufi keesa jiru ch'ufti kae gammadaani sirba. Akuma fit'eesi lafa godde jiisu, akasuma AABBO Waaqi nama duri due kaasa.


Anini hafuura kiyya isani keesa kaye lubbu isaniti deebise lafa teesani keesa isani teesisa. Duuba akasiini aka dubbi tana AABBO Waaqi jed'e ammalle guute beetani. Nami dubbi tana jed'e, ana, AABBO Waaqa.


Inni Lubbu d'uga, ka nami lafa dandae inarganne, waan isa ingarre yokhaani isa imbeenneefi. Ammo isani imbeetani, waan inni isani woliini tae, isani keesa haga hegeri tauufi.


Akuma Abbaani nama due kaase jiraachisu, Ilmileeni akasuma nama fed'u jiraachisa.


Ammo Waaqi isa kaase, gaargala duisa keesaa isa baase, waan dooti dandeete isa indabsanneefi.


Apele ka guddo Kristo jaalatule nagaya naa fuud'a. Worra Aristobulole nagaya naa fuud'a.


Anini Priskafi Akila, ka huji Kristo Yeso na woliini hojatani,


Andronikofi Yunia, worra gosa tiyya, ka na woliini hid'ani, nagaya naa fuud'a; ergattu keesa worri gurra qaba, ato anini Kristiana intahiini worri tahe.


Urbano, ka huji Kristo na woliini hojateefi jaala kiyya Stakisile nagaya naa fuud'a.


Dabi iti deebie nafa keesani imohatiini, aka isani d'araa nafa keesani gula iyaane.


Worra Kristo Yeso keesa jiru qorsumaani inhamneefi.


Tanaafi oboleyaani tiyya, nafi keenna woma nura inqabu, aka nu fed'i isaa gula yaanu.


Wonti akanatiifi seeri Lubbu, ka jireenna maro Kristo Yesotiifi nuu kennu, ya seera dabaatiifi ka duisa jala naa baase.


Ammo isani herega nafa gula iyaatani, ammo herega Lubbu gula yaatani, yo d'uguma Lubbuuni Waaqa isani keesa jiraatte. Nami Lubbu Kristo inqamne ch'ufti ka isaatiiniti.


Yo worra due duisa keesaa inkaasiini, Kristole duisa keesaa inkaamne.


Waaqi ka Aabbo duisa keesaa kaase, akasuma nule jabeenna ufitiini kaasa.


Haga jirru ch'ufa diquma maro Kristotiifi indoone, aka jireenni isaa nafa keenna ka duu kana keesati mullatu.


Nu imbeenna aka Waaqi ka Aabbo Yeso duisa keesaa kaase, Yeso woliini nule duisa keesaa kaase isani woliini fuula ufi duraani nu d'ufu.


Haga nafa keenna kana qamnu aka nama gaargalchani lalefanna; nu nafa keenna injibinu, ammo nafa gubbaa fed'achu feena, aka jireenni waan dua dabsatu.


Yo inni waan nafi isaa fed'u ch'alla oobrate, duisa murata. Yo inni waan Lubbuuni feetu ch'alla oobrate, Lubbu suni ira jireenna hegeri argata.


ato nu dabaani diquma induiini, Kristo woliini duisa keesaa nu kaase; isani eeba Waaqaatiini baafamtani.


Inni nafa keenna lalaafa garagalche, aka nafa isaasaa ka guddinna, tolcha, irre inni waan ch'ufa harka ufi jalati deefatuuni.


Waaqi la Aabbo keenna Yeso duisa keesaa Kaase. Inni d'iiga ufitiini Tissitu Guddo hooliye tissu tahe, ka wold'aqisa hegeri beesisaniini.


Maro isatiifi isani Waaqa d'ugefattani, ka duisa keesaa isa kaase, guddinna kenneefi; tanaafi d'ugefachaafi abdiini teesanileeni Waaqa ilaalti.


Wonti akanatiifi Kristoleeni nami dansaani maro nama hamatiifi due. Inni maro keesaniifi maro tokotu due, aka akasiini Waaqati isani deebisu. Nafa isa ijeesani ammo lubbuuni isaa injirti.


Anini ka jiru! Duri la due ammo amma haga hegerile injira. Fura duisatiifi ka awaalale harkaa qaba.


Eegi guyya sadifi nusa hafuuri jireenna gara Waaqati d'ufe worra seene olkakaani; nami worra arge ch'ufti guddo sodaate.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ