Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Roomaa 7:11 - KITAABA WAAQA

11 Wonti akanatiifi dabi qoomni argate, seera keesa seene na sobe; kara seeratiini dabi na ijeese.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Roomaa 7:11
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

AABBO Waaqi waan niitiini jed'e, Wonti atini taate kunini maal? Niitiini waan jetteeni, Bofati na sobe jennaani nyaad'e.


Nami akana kunini namuma daara nyaatu fakaata. Daallumti isaa isa balleesite qarqaarsa isa d'owarti. Inni aka wonti inni harkaani mid'aafate kad'atu sunini waan d'ara, ka waaqa intahini, ee injed'u.


Eenuti garaa namaa hubata? Wonti aka garaa namaa nama soba injirtu, waan nami dandae fayyisuniti.


Kiyyibi keesani ya isani sobe, nami tokoleeni ka isani waan inni isani sodaatu seetani, ka isani sodaatu, injiru. Isani d'akha fiit'e gaara gubbati galtani; ammo ato isani akuma risa fit'e d'akha gubbati galtanile AABBO Waaqi gaduma isani buusa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Kiyyibi kanke la si sobe. Atini baqaqa d'akha ke teeta, worri kanke gubba gaaraati; atini garaa kanke keesa teeta, Eenuti lafati gad na buusa? jetta.


Nami tokoleeni maro waan Seeri fed'u tolchuufi Waaqa ira d'uga inargatu: Seeri aka nami daba tolchu ch'alla nama agarsiisa.


Yoosi waan dansati na ijeese? Hiyyo, akasiiniti. Dabati na ijeese; dabi waan dansa fuud'e duisaani nati d'ufe, aka wonti isii ch'ufti mullattu. Tanaafi dabi maro seeratiifi haga durile ira hamaate.


Dabi aka d'araa gosa ch'ufa na keesati hojatu seera keesa qoomni argate. Fulla seeri injirre dabi waan due.


Tanaafi jireenna keesani dullacha duri, ka waan isani duri taatani isani tolche — jireenna duri ka d'araani hamtuuni balleesite baafad'a.


Ammo aka dabi nama tokole yake sobe mata injabeesine, guyya ch'ufa woli qarqaara, haga t'aafiini, Arra jettu ch'ufa.


Dubbi isaa ch'aqaftani ufi indaallesiina, ammo dubbi suni guuta.


Nami nama aada guutu ufi sehu eennu? Yo inni araba ufi intissine, inni ufi sobe, aadaani isaa woma imbaatu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ