Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Roomaa 4:10 - KITAABA WAAQA

10 Wonti kunini yoomi taate? Eegi Abrahamuuni qabanqaba qabate mo, ato inni inqabatini? Ato inni inqabatini.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Roomaa 4:10
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Eegi d'aloota ababoota tanteeti ilmaani tante lafa tanati deebiti, wonti akanatiifi anini gosa Amori lafa tana keesaa imbaasu, haga ch'ubbuuni worraa guddatte guyyaani ani worra gaargalchu gahuuti.


Ganni Abramu sagaltami sagali geennaani AABBO Waaqi isati mullate waan jed'eeni, Anini Waaqa Gudda. Na ch'aqasi, waan hamtu intolchini.


Wold'ageetiini jiddu tiyyafi teesani, ta sifi ilmaani tante jabeesu maltani, tana: ilma d'iira keesani ch'ufa qabanqaba qabaafi.


Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.


Gammadi Daudiini dubbate kunini ka worra qabanqaba qabate ch'allaa? Hiyyo ka worra qabanqaba inqabatinile. Wonti akanatiifi nu ya waan t'aafiini jettu himne, Abrahamuuni Waaqa d'ugefate, maro d'ugefacha sunitiifi Waaqi nama d'ugaa isaani jed'e.


Wonti akanatiifi yo nu Kristo Yeso keesa jiraanne, qabanqaba qabachafi qabachu baannaanile haga tokotu; wonti jabduuni d'ugefacha ta jaalalaani hojattu.


Qabanqaba woma keesa injirtu. Wonti fed'ani uumama haraa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ