Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Roomaa 3:30 - KITAABA WAAQA

30 Waaqi toko ch'alla; inni maro d'ugefacha worraatiifi worra qabanqaba qabu d'uga heregaafi, akuma suni worra qabanqaba inqabatinile maro d'ugefacha worraatiifi d'uga heregaafi.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Roomaa 3:30
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yo gochiti d'ibiini ta taka qabanqaba inqabatini Seera Waaqa guute, Waaqi aka nama qabanqaba qabate worra inheregu?


Duuba gochiti d'ibiini isani Yahudi qorti. Ato Seera t'aafatani qabanqaba qabatanile, atini Seera ch'absita, ammo worri ato qabanqaba qabachu d'ibaatele Seera jabeesa.


Waaqi maro Yeso Kristo d'ugefataniifi nama ch'ufa d'uga heregaafi. Waaqi nama Kristo d'ugefate ch'ufa waan kana intolcha woldabraani injirtu:


Nu ya agarre aka nami d'ugefacha ch'allaani d'uga Waaqa iraa argatu, Seera guutitiini woma keesa injirtu.


Wonti kakhuuni d'ugefacha qabaachu malteefi, aka kakhuuni suni tola taate, ilmaani Abrahamu ch'ufa geetu, ilmaani seera guutu ch'allaaniti ammo ta aka Abrahamuuni d'ugefate d'ugefatele. Wonti akasiitifi Abrahamuuni abba nuu ch'ufaati.


Gammadi Daudiini dubbate kunini ka worra qabanqaba qabate ch'allaa? Hiyyo ka worra qabanqaba inqabatinile. Wonti akanatiifi nu ya waan t'aafiini jettu himne, Abrahamuuni Waaqa d'ugefate, maro d'ugefacha sunitiifi Waaqi nama d'ugaa isaani jed'e.


Ammo nama jiddu suni imfed'ani, yo nami toko ch'alla jiraate. Tokochi suni Waaqa.


Tanaafi Yahudifi gochiti d'ibileeni takuma tisseefi balchaleeni takuma, d'iirafi nad'eenileeni takuma; Kristo Yeso keesati nami ch'ufti taka.


T'aafiini, aka Waaqi d'ugefachaani gosa d'ibi d'uga hereguufi duru argite, jennaani t'aafiini Odu Dansa duriyu Abrahamu barsiifte waan jette, Maro teetiifi Waaqi nama lafa jiru ch'ufa eebisa.


Wonti akanatiifi yo nu Kristo Yeso keesa jiraanne, qabanqaba qabachafi qabachu baannaanile haga tokotu; wonti jabduuni d'ugefacha ta jaalalaani hojattu.


Qabanqaba woma keesa injirtu. Wonti fed'ani uumama haraa.


Ee Israeli, d'agaya! AABBO Waaqa keenna male waaqi d'ibiini injiru.


Wonti akanatiifi nami qabanqaba d'uga argate nuu, worraaniti; nu Waaqa lubbu isaatiini kad'anna, ammalle jireenna keenna ka Kristo Yeso keesatiifi gammanna; aada namaa ta nafa ind'ugefannu.


Wonti akanatiifi Waaqa toko ch'allati jira, ammalle ka Waaqafi nama woltiini d'ufu namicha toko, ka Kristo Yeso jed'ani,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ