11 Ammalle, Aabbo faarsa, gosa d'ibi ch'ufa, guddisa isa faarsa, gosa ch'ufa!
Ee lafa ch'ufa, AABBO Waaqa faarsa! Ee gosa ch'ufa, isaa faarsa!
Ammalle Isayani waan jed'u, Nami d'aloota Yese ind'ufa; inni olkaeti gosa d'ibi fida; isiini abdi ufi isa gubbaa keyatti.