Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Roomaa 14:4 - KITAABA WAAQA

4 Atini eennu kana ka hojattu nama d'ibi qortu? Abba isaa ch'allati jabeennaafi laafinna isaa beekha. Inni injabaata, maro Aabbooni dandae isa jabeesuufi.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Roomaa 14:4
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Anini hojja ch'ufa daandi tante gula deeme taka iraa ingore.


wonti akanatiifi AABBO Waaqi ch'ubbicha irre isaa iraa fuud'a, ammo nama d'ugaa jabeese qorqorata.


Inni yo jigele achiti inhafu, wonti akanatiifi AABBO Waaqati isa kaasa.


wonti akanatiifi AABBO Waaqi d'uga jaalata, gumi isaa qulqulloole illakisu. Inni haga jiru jireenna worra qorqorata, ammo ilmaani ch'ubbicha lafa keesa gussani.


Yo Waaqi qarqaarsa aka nuu kenne worra kanale kenne, gaafa nu Aabbo Yeso Kristo d'ugefanne, anini eennu re ka dandae Waaqa d'owu?


Yahudi, yo garaa laafte d'ugefatte, fulla isiiti deebisani, waan Waaqi worra deebisu dandaufi.


Nami waan ch'ufa nyaatu nama waan ch'ufa inyaanne intufatiini; ammalle nami sagale laaftu ch'alla nyaatu nama waan ch'ufa nyaatu intufatiini; wonti akanatiifi Waaqi ya isa ee jed'e fud'ate.


Waaqa guddimna! Inni Odu Dansa Yeso Kristo ta anini odeesu gula d'ugefacha teesani jabeesu indandaa, ammalle mullacha waan d'ossa ka ganna heddu d'ossani gula.


Ammo, atini eennu kana, ka Waaqaani akana jettu? Eeleeni faara nama isi d'aeeni, Maafi akana na d'oofta injetti?


Ammalle inni indandaa, ammafi hegerile, aka worra isa gula Waaqati d'ufu baasu, waan inni haga hegeri Waaqa worraa kad'atuufi.


Isiini teesani, worra maro d'ugefachatiifi jabeenni Waaqa qorqoratu, ato isani baafama amma kurfeesani guyya muumme mullisani eegattanu.


Gara isaa ka dandae jigu isani d'owe, wollaala male gammadaani guddinna isaati isani geesu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ