1 Nami ch'ufti jara finna lafa harkaa qabu ch'aqasu malle; wonti akanatiifi fed'i Waaqa male nami wo fidu injiru, ammalle jara amma lafa fidu kanale Waaqati tolche.
Yeso Kristoni, d'ugaani d'ugefatani, Ilmi angafa ka duisa keesaa kaasani, ka hayyu hayyoota lafa tana, eebafi nagaya isani kenninna. Inni nu jaalata, ammalle d'iiga ufitiini daba keesaa nu baase,