4 Nafi nama mita heddu qaba, ammalle mitaani tunini ch'ufti huji ufi qabdi.
Tanaafi isaniini ch'ufti nafa Kristoti, nami ch'ufti mita isaati.
Wonti Lubbuuni namaa kennitu aka heddu jirti, ammo Lubbu tokoti namaa kenna.
Nafa tokofi Lubbu toko ch'allati jira, akuma abdiini toko, ta Waaqi iti isani yaame.