13 Akuma t'aafiini jettu, Nami Aabbo yaamatu ch'ufti imbaafama.
Duuba nami maqa AABBO Waaqaa yaamatu ch'ufti imbaafama. Akuma AABBO Waaqi jed'e, Gaara Sionitiifi Yerusalemu keesale nami baqate fiigu injira; nami fiige suni worra anini fohad'e.
Yoosi nami maqa Aabbo yaamatu ch'ufti imbaafama.