Qaabacha Seera 8:3 - KITAABA WAAQA3 Inni sagale isani d'owe isani agabse, eege sagale manna jed'ani ta taka isanifi abbootini teesani inyaatini isanii kenne. Wonti inni akasi tolcheefi aka nami qit'a ch'allaani injiranne ammo dubbi afaani AABBO Waaqa keesa baatuni jiraatu isani barsiisu fed'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |