Qaabacha Seera 5:9 - KITAABA WAAQA9 Waan boch'ani mid'aasani kana tokole dura gajette inkad'atiini: wonti akanatiifi Anini, AABBO Waaqi kanke, waan d'ibi na biraani kad'attani inoobsu. Anini ammalle nama na jibbufi d'aloota worra ka sadeesotifi ka afreesole gaargala itiini d'ufa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |