Qaabacha Seera 4:9 - KITAABA WAAQA9 Kurfefad'a, eega! Aka dansaa mid'aafad'a, aka waan ilaani gartani kana haga jirtani indeene. Ilmaani teesaniifi ilmaani ilmaani teesanile, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hojja sagale jila suni nyaattani, qit'a bukho qabu inyaatina. Haga guyya torba qit'a bukho inqamne nyaad'a akuma gaafa lafa Misiri keesaa baqatani tolchitani. Qit'a kana, ka qit'a gaargala jed'ani, nyaad'a, aka isani haga jirtani guyya lafa Misiri, ta isani keesati gaargaltani, keesaa baatani qaabattani.