Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Qaabacha Seera 4:8 - KITAABA WAAQA

8 Gochiti tokoleeni ta ato aka feetu jabaatele, seera d'uga aka anini arra isani barsiise kana qabdu injirtu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Qaabacha Seera 4:8
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gaara Sinaiti atini gubbaa gabuute, gumi tanteeti dubbate Seerafi barsiisafi aada dansaafi ta d'uga kenniteefi.


Aadaani atini namaa kennite wollaala womatu inqabdu, isiini ta d'ugaati.


Barsiisaani tante hojja ch'ufa ta d'ugaati; hubacha naa kenni, na jireesi.


Dubbini tante ch'ufti ta d'ugaati seeri kanke qajeelani ch'ufti haga jiru jireenna taa.


Seeri kanke ch'ufti ka d'ugeefatani; nami ya d'araani na balleese na qarqaari!


Anini yayu barad'e, aka wonti ch'ufti haga ufii qabdu, ammo seeri kanke haga inqabu.


Finna kanke d'ugaafi qajeeluma irati yayabani; d'ugaafi jaalalti waan atini tolchitu ch'ufa keesati mullatti.


Dumansaafi dukanti isa marsiti; inni d'ugaafi qajeelumani lafa fida.


AABBOONI Waaqa guddo nama baasu fed'u, tanaafi inni seerafi barsiisa isaa guddise, aka gumiini isaa beetu fed'e.


Anini barsiisa heddu muumme inqamne worraa t'aafe barsiisa, ammo worri imfud'atu.


Kara ch'ufaani guddo wo baati! Wonti qaraa fiit'e Waaqi d'aamsa ufi Yahuditi d'aamate.


Inni gosa d'ibi ch'ufa, ta inni uume ira isani guddisa, isanileeni isa faarsitani maqa isaa guddiftani. Ammalle, akuma inni kakhate, isani gumi qulqullo AABBO Waaqa keesani taatani.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ