Qaabacha Seera 4:40 - KITAABA WAAQA40 Aadaafi seera isaa, ka anini arra isanii kenne kana ch'ufa d'ugeefad'a, duuba isanifi ilmaani teesanileeni nagayaani teetani. Ammalle isani lafa AABBO Waaqi keesani isani kennu tana haga jiru jireenna keesa teetani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |