Qaabacha Seera 32:16 - KITAABA WAAQA16 Worri Waaqa d'ibi kad'ate, AABBO Waaqa obsa d'owe, wonti hamtuni worri tolche isa dallansiifte. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Inni waan aka harkaa jira d'eerefate rifeensa mata na qabe. Jennaani daayya tana keesa lubbuuni AABBO Waaqa oli na fuute, Yerusalemu na geesite, naabo Mana Waaqa garaa keesa fulla fullooni mirga fuula deefatutini na d'ufte. Fulla fullo suni waan harkaani boch'ani kad'atani, ka AABBO Waaqi aka male jibbuti jira.