Qaabacha Seera 3:9 - KITAABA WAAQA9 (Worri Sidoni gaara Hermonitiini Sirioni jed'a ammo worri Amori Seniri jed'a.) အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Lafa boojiani iti na geesani tana keesati garaani na hamata, jennaani garaani kiyya isaa ch'alla qabate. Inni waan aka d'awa galaanatiini na d'ae na laalefachise gaargali aka fach'aa bisaanii nati fach'ae, aka bisaani gaara Harmonitiifi ka Mizari iraa dibbisani galaana Yordaniti yaani, nati baafate.