Qaabacha Seera 3:8 - KITAABA WAAQA8 Hojuma suni nu hayyoota Amori lamaani ira lafa galaana Yordanitini ilaboru ta galaana Arnoni haga gaara Hermoni ch'ufa fud'anne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Lafa boojiani iti na geesani tana keesati garaani na hamata, jennaani garaani kiyya isaa ch'alla qabate. Inni waan aka d'awa galaanatiini na d'ae na laalefachise gaargali aka fach'aa bisaanii nati fach'ae, aka bisaani gaara Harmonitiifi ka Mizari iraa dibbisani galaana Yordaniti yaani, nati baafate.