Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Qaabacha Seera 3:18 - KITAABA WAAQA

18 Anini hojja suni waan isaniini jed'e, AABBO Waaqi, waaqi keesani, ya lafa tana isanii kenne, aka isani d'aaltani: Worri keesani ka lola ha miha lolaa fud'ate, oboleyaani teesani ta Israeli dura yauti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Qaabacha Seera 3:18
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Anini AABBO Waaqa, ka lafa Uru ta Kaldayo keesaa si baase lafa tana sii kenne.


Inni lafa worraa gumi ufiti kenne; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.


Lafa fud'ad'a, keesa qubad'a, wonti akanatiifi anini ya isanii kenne.


Tunini aadaafi seera, ta isani haga lafa AABBO Waaqi ababoota teesaniini isanii kennu keesa teetani, guutu maltani. Seera kana ch'aqasa!


AABBO Waaqi keesani lafa inni isani kennu keesati isani eebisa.


Daari lafa nama d'ibi, ta qara duri jaaroleeni mid'aasite, lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu keesati, imballeesina.


lafa suni fulla saditi gargari baasa ka kamu dira ufi qabu. Duuba nami nama ijeesu dandae dira suni tokoti baqata, aka lubbu ufii baasu.


Tanaafi anini Dira sadi huji tana koba baasa isaniini jed'a.


Yo lafa AABBO Waaqi isanii kennu keesati reefa namaa ka diiduma keesa ch'iisu, ka nama isa ijeese imbeenne argitani,


Tanaafi duuba eegi AABBO Waaqi keesani lafa ch'ufa isanii kenne, nyaapa isaani d'aatu jiru ch'ufa isani dura baase, lafa nagaya tolche, jabaad'a, worra gosa Amaleki ch'ufa hobaasa, aka deebiani maqa worra nami lafa irati inqaabanne. Dubbi tana inded'ina.


Ammo atini, Musa, arma na woliini tai, duuba anini aadaafi seera kiyya ch'ufa sii kenna. Biyya barsiisi, aka worri lafa amma anini kennuufi tana keesati jabeese guutu.


Tunini aadaafi seera AABBO Waaqi keesani worra kana barsiisi, gorsi naani jed'e. Lafa isani amma tana fud'atani iti qubachuu geettani tana keesati jabeesa guuta.


Tanaafi beekha, AABBO Waaqi lafa gabbo tana maro dansuma teesanitifi isani kennuti injiru. Isani worra mata jajabaati.


Olla keesa yaa, biyyaani, woreega tolfad'a jed'aani; wonti akanatiifi eegi guyya sadi galaana Yordani taakitani lafa AABBO Waaqi isanii kennu fud'attani.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ