Qaabacha Seera 3:11 - KITAABA WAAQA11 (Gosa Refai keesa nami hafe hayyu Ogu. Sire isaa ta sibiilani mid'aasani, d'eerinni d'und'uma sagali, balinni d'und'uma afuri aka biima gaafasi gula. Sire suni haga arrale lafa gosa Amoni dira Raba keesaati dandaani argani.) အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |