16 Waaqi nama abbaafi haad'a isaati saalfachu didu ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.
waan jed'e: Kanaani ha abaaramu! Ha tisse oboleyaani isaa tahu.
Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.
Nama abbaafi haad'a arabse ha ijeesani.
Nami dandae abba ufitini, Atini maani d'alte? Yokhaani haad'a ufitini, maaniti garaa kanke keesaa si bahe injed'a?
Nami si keesa jiru tokoleeni, ka worra ufiiti saalfatu, injiru. Atini nama gosa d'ibi, ka si keesa tau dabsite, nad'eeni hiyyeeyifi ilmaani hiyyeeyile saamte.
Isani nami ch'ufti abbaafi haad'a teesani saalfachu maltani, ammalle Sabato tiyyale jabeesu maltani. Anini AABBO, Waaqa keesani.
Nama abbaafi haad'a ufi arabsu ha ijeesani d'iiga isaa gubbuma isaati.
Abbeetifi haateti saalfad'u, aka anini AABBO Waaqi, kanke sini jed'u, aka atini lafa AABBO Waaqi sii kenne tana keesa nagayaani teete, lubbuuni tetileeni d'eerattu.