Qaabacha Seera 26:12 - KITAABA WAAQA12 Ganna sadeeso ch'ufa, mid'aani argattani ch'ufa kud'ani keesa toko worra gosa Lawi fa, worra gosa teesani intahinifa, ilmaani hiyyeeyifa, nad'eeni hiyyeeyifa keenna, aka fulla nami jiru ch'ufati nyaatani quufani. Eegi waan kana tolchitani, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |