9 waan AABBO Waaqi keesani, gaafa isani lafa Misiri keesaa baatani, karaati Miriamu tolche qaabad'a.
Duuba nami afuri ka d'ukuba hama aka qomaat'a qabu, balbala dira Samaria alaani tataa. Worri waan woliini jed'e, Nu maanifi haga doonuti arma teteenna?
Waan atini worra Israelitini jettu. Nami d'ukuba hama aka qomaat'a qabu yokhaani ka nafi mamadae malaani keesaa yaatu, yokhaani nama ch'ufa ka reefa tuqe t'urae ha gumi keesaa bahuti.
Niiti Lutu qaabad'a!
Wonti kunini ch'ufti aka nama d'ibi akheekha taatuufi taate, ammalle aka nu gorsanifi t'aafani. Wonti akanatiifi nu bara muummeeni d'iaate keesa jirra.
Wonti kunini ch'ufti akheekha nuu taati, aka nu akuma worraa waan hamtu ind'araane,