7 Ilmaani fud'ad'a ammo haad'a gad'iisa, aka wonti ch'ufti isanii tolte guyyaani keesani d'eeratu.
AABBO Waaqa sodaad'i, ufi inguddisini, duuba duroomafi saalafi jireenna argatta.
Saa d'alafi ilme isaa, yokhaani hoola d'alafi ilme isaa, yokhaani reeti d'altufi ilme isii, guyya taka sorio woliini imbaasina.
Hojja isani mana hareesa jaarratani gubba isaa woini marsa. Duuba yo nami iraa d'aqate duele isani inhaalatu.
Aadaafi seera isaa, ka anini arra isanii kenne kana ch'ufa d'ugeefad'a, duuba isanifi ilmaani teesanileeni nagayaani teetani. Ammalle isani lafa AABBO Waaqi keesani isani kennu tana haga jiru jireenna keesa teetani.
ch'ufa guuta, aka wonti ch'ufa nagaya isanii taate, isani lafa amma iti qubachu geetani tana keesa teetani.