12 Woya isani uyifattani handaara moga afraaniti hod'a.
Waan ch'ufa aka nami worra argu tolchani. Qud'aami worri addafi harkati hid'atu waan gugurda, handaari woya worraleeni waan d'ed'eera.
Niitiini toko, ta d'iigi ganna kud'ani lama keesaa yae, isa duddaduubaani d'ufte, handaara woya isaa tut'e.