Qaabacha Seera 2:9 - KITAABA WAAQA9 Ammalle AABBO Waaqi waan naani jed'e, worra Moabu ka d'aloota Lutu ingaargalchina yokhaani woli inhad'ina, wonti akanatiifi anini dira Ari yayu d'aala worraati kenne lafa worraa fulla tokole isanii inkennu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |