Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Qaabacha Seera 2:29 - KITAABA WAAQA

29 haga nu galaana Yordani taakine lafa AABBO Waaqi nu kennuni baanuti. D'alooti Esau ka Edomu taufi worri Moabu ka Ari tauleeni ya lafa worraa keesa nu dabarse.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Qaabacha Seera 2:29
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Intalti guddooni ilma d'alte maqa Moabu baafteefi. Inni abba gosa amma tana Moabu jed'ani.


Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.


Ammo worri Edomu waan jed'eeni, Nu ee injennu, aka isani lafa teenna keesa dabartani! Hojja isani akasi iti gamtani, nu haane isani balleesina.


Lafti tunini ch'ufti lafa anini AABBO Waaqi ababoota teesani Abrahamufi Isaaqofi Yakobofi ilmaani worrale ch'ufa inkenna jed'e kakhad'e; d'aqaa iti qubad'a.


Ammalle AABBO Waaqi waan naani jed'e, worra Moabu ka d'aloota Lutu ingaargalchina yokhaani woli inhad'ina, wonti akanatiifi anini dira Ari yayu d'aala worraati kenne lafa worraa fulla tokole isanii inkennu.


Ammo AABBO Waaqi keesani Baalamu ch'aqasu dide, abaarsa isaa suni garagalche eeba isanii tolche, waan inni isani jaalateefi.


Waan biimitani ch'ufa d'uga gula biima aka lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu keesati guyyaani keesani d'eeratu.


Jennaani Musani waan biyyaani jed'e, seerafi waan anini isaani barsiise ch'ufa jabeesa guuta, aka lafa AABBO Waaqi, ababoota teesaniini, isanii kennu fud'attani.


Maro teesanifi AABBO Waaqi keesani naati dallane kakhate atini galaana Yordani taakite lafa anini worra Israeliti kennu inseentu naani jed'e,


Aadaafi seera isaa, ka anini arra isanii kenne kana ch'ufa d'ugeefad'a, duuba isanifi ilmaani teesanileeni nagayaani teetani. Ammalle isani lafa AABBO Waaqi keesani isani kennu tana haga jiru jireenna keesa teetani.


Abbeetifi haateti saalfad'u, aka anini AABBO Waaqi, kanke sini jed'u, aka atini lafa AABBO Waaqi sii kenne tana keesa nagayaani teete, lubbuuni tetileeni d'eerattu.


Tanaafi beekha, AABBO Waaqi lafa gabbo tana maro dansuma teesanitifi isani kennuti injiru. Isani worra mata jajabaati.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ