Qaabacha Seera 2:24 - KITAABA WAAQA24 Eegi nu Moabu keesa dabarre, AABBO Waaqi waan nuuni jed'e Amma kaa, galaana Arnoni taaka. Anini Sioni, hayyu Amori, ka Heshboni jed'anifi lafa isale harka keesaniti kenna. Isaa had'a, lafa isaa fud'ad'a, iti qubad'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |