2 Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e,
Nu kaane lafa aloo keesa qajeele galaana Diimati iti d'aabanne, akuma AABBO Waaqi nuuni jed'e, haga guyya heddu nu lafa gaareeni ta Edomu keesa godaanne.
Isani ya lafa gaareeni tana keesati turtani, tanaafi amma mirga godaanu maltani.