9 dira kana saadeeniti dira d'ibi saadi dara. (Yo isani waan anini arra isaniini jed'e ch'ufa guutani AABBO Waaqa keesani jaalattani kara isaa gula yaatani inni lafa tana isanii kenna.)
Waan anini isaniini tolcha jed'e ch'ufa tolcha: Waan tokole iti indarina, yokhaani inhanqisiina.
AABBO Waaqa keesani garaafi onne teesani ch'ufaani aka jaba jaalad'a.