Qaabacha Seera 17:12 - KITAABA WAAQA12 Nama dubbi iti murani fud'achu didi mata ufiti deeme, qaallu huji AABBO Waaqa harka qabuufi jaallabale ch'aqasu didu ha ijeesani; duuba akanaani hameenna akasi suni worra Israeli keesaa baaftani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ammo raagafi nama waan oobju himu ka akasi suni ijeesa; wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa, ka lafa Misiri fulla isani tisse iti taatani keesaa isani baase, iraa gora jed'e isani barsiisa. Nami akasi suni hama, kara AABBO Waaqi keesani keesati bulla isaniini jed'e iraa isani gorsu fed'a. Tanaafi isaa ijeesuu maltani, aka waan hamtu akasi ufi keesaa baaftani.