Qaabacha Seera 16:3 - KITAABA WAAQA3 Hojja sagale jila suni nyaattani, qit'a bukho qabu inyaatina. Haga guyya torba qit'a bukho inqamne nyaad'a akuma gaafa lafa Misiri keesaa baqatani tolchitani. Qit'a kana, ka qit'a gaargala jed'ani, nyaad'a, aka isani haga jirtani guyya lafa Misiri, ta isani keesati gaargaltani, keesaa baatani qaabattani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |