Qaabacha Seera 16:2 - KITAABA WAAQA2 Fulla AABBO Waaqi aka isa iti kad'attani fohate d'aqa, loonifi ree teesani toko jila Pasakati qala, aka akasiini AABBO Waaqa guddiftani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hojja sagale jila suni nyaattani, qit'a bukho qabu inyaatina. Haga guyya torba qit'a bukho inqamne nyaad'a akuma gaafa lafa Misiri keesaa baqatani tolchitani. Qit'a kana, ka qit'a gaargala jed'ani, nyaad'a, aka isani haga jirtani guyya lafa Misiri, ta isani keesati gaargaltani, keesaa baatani qaabattani.