Qaabacha Seera 13:10 - KITAABA WAAQA10 D'akhaani d'ai, ijeesi! Wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa kanke, ka lafa Misiri, fulla isani tisse iti taatani, keesaa isaani baase, iraa si gorsu fed'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ammo raagafi nama waan oobju himu ka akasi suni ijeesa; wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa, ka lafa Misiri fulla isani tisse iti taatani keesaa isani baase, iraa gora jed'e isani barsiisa. Nami akasi suni hama, kara AABBO Waaqi keesani keesati bulla isaniini jed'e iraa isani gorsu fed'a. Tanaafi isaa ijeesuu maltani, aka waan hamtu akasi ufi keesaa baaftani.