Qaabacha Seera 11:3 - KITAABA WAAQA3 waan mama ka inni tolche ya agartani waan inni hayyu Misiritiifi lafa isaa ch'ufa tolche ya agartani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.