20 Mikhikila balbala manatifi ka fullole irati t'aafa.
Duuba nami ch'ufti ha d'iiga fuud'e siddoofi mikhikila balbala mana fooni keesati nyaatani dibani.
Dubbini anini arra isaniini jed'e tunini garaa keesani keesaa imbahini.
Mikhikha balbalaa manatifi ka fullole irati t'aafa.