Qaabacha Seera 11:2 - KITAABA WAAQA2 Guyya kana waan AABBO Waaqa ka isani barattani qaabad'a nami waan suni barate ilmaani teesaniniti, isanuma isani guddinnaafi jabeennaafi irreefi အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.