Qaabacha Seera 1:7 - KITAABA WAAQA7 Tanaafi amma faad'a durati godaana lafa gaareeni ta Amoritifi lafa d'aatu d'ibii: bale Yordani faa, lafa gaareeni ammalle lafa golbo, ta bitaa faa, ammalle lafa afaani baariini lafa Kanaanitiifi lafa gaara Lebanoni. Haga galaana gudda Efrati d'aqa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |