Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Qaabacha Seera 1:30 - KITAABA WAAQA

30 AABBO Waaqi keesani isani dura deeme, nyaapa isani dura had'a, akuma isani lafa Misiritiifi ta alooleti agartani kaani.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Qaabacha Seera 1:30
30 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Irreeni isaa ta namaati, ammo teenna ta AABBO Waaqa keennati, ka nu qarqaare nyaapa keenna nuraa d'owu. Biyyiti dubbi hayyu tana d'ageete jennaani garaa jabaate.


Anini aka biyyiti mudamte arge jennaani, waan worraafi jaaroleefi gugurda worratiini jed'e, Nyaapa keenna ind'eetina. Qaabad'a, aka AABBO Waaqi ireefi jabeenna qabu; gosa teesanifi ilmaani teesanifi nad'eeni teesanifi olla keesanii jed'a, nyaapa had'a.


Yo magalata d'ageetani, fulla magalata suni d'aani koota, Waaqa keennati nyaapa nuraa had'a.


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke Waaqati olqabi, duuba dukanti sipeeni ta nami taka inargini lafa Misiri ch'ufa sipi tolchite duuchiti.


AABBO Waaqi isanii kalcha, yo isani takaa taatani jabaattani.


Ammalle inni miila gaari worra Misiri lafati mat'anse, duuba gaari worraa chochou d'owe. Worri Misiri waan jed'e, Worra Israeli kana biraa nu baqachiisa. Wonti akanatiifi Waaqati worraa kalche nu had'uu jira!


Isani yayu waan anini worra Misiri tolche agartani; ammalle aka anini aka qore worra dura isani bute worra duraa isani fuud'e ufitiini isani d'ufe.


Ka waan ch'ufa garru, nu maani jenna? Yo Waaqi gama keenna jiraate, eentu dandae nu dabsata?


Hiyyo, waan kana ch'ufa nu maro nama nu jaalatuufi dabsanna!


waan mama ka inni tolche ya agartani waan inni hayyu Misiritiifi lafa isaa ch'ufa tolche ya agartani.


Musani worra Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Isani ila teesaniini waan AABBO Waaqi hayyu Misiritiifi hojattu isaatiifi lafa isaa ch'ufu tolche ya agartani.


Worra ind'eetina, wonti akanatiifi AABBO Waaqi keesani isanii kalcha.


AABBO Waaqa keesaniti isani dura deeme, gosa achi jirtu suni isani duraa balleese, lafa worra fud'attani. Ammalle akuma Waaqi jed'e, Yoshuati gudda keesani tahe, isaniini deema.


raagi tokoleeni ka akheekhafi waan mama tolche, ka aka AABBO Waaqi Musani hayyu Misiritiifi hojattu isaatiifi lafa isale ch'ufa durati Tolchi jed'eeni injiru.


Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.


Insodaatina; waan AABBO Waaqi keesani Faraofi worra Misiri ch'ufa tolche qaabad'a.


Taka guyyaani akasi artini duubaafi artini duraleeti intaane, ka AABBO Waaqi jecha nama ch'aqase. Gaafasi AABBO Waaqi worra Israeliti kalche!


Yoshuani hayyoota tana ch'ufafi lafa isaanile baruma toko dabsate, waan AABBO Waaqi Israeli, worra Israeliti kalcheefi.


Isani waan AABBO Waaqi keesani gosa tana ch'ufa maro teesanifi tolche ya agartani, aka inni isanii jed'e worra had'e balleese.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ