Nehemia 9:27 - KITAABA WAAQA27 tanaafi atini harka nyaapati worra kennite, akasiini nyaapi suni worra mohate. Gaargala ufi keesati worri qarqaarsa si kad'ate, atileeni gubbati worra ch'aqafte. Naasu tante guddooni atini nama harka nyaapa keesa worra baasu ergite. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |