Nehemia 5:18 - KITAABA WAAQA18 Anini guyya ch'ufa nama Yahuditiifi jaarole worrale ch'ufa nama gosa d'ibi ka lafa d'aatuti d'ufe malele nama d'ibbaafi shantama gololcha. Guyya ch'ufa anini sanga tokofi hooliye gagabbo jaafi luku heddu qale biyya nyaachise, guyya kud'ani ch'ufa keesa daad'i gorjo muumme inqamne biyyaani gololche. Ammo anini gaargala biyyiti qabdu imbeekha, tanaafi anini sagale sila namichi guddaani argachu male imbarbaanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |