Nehemia 2:20 - KITAABA WAAQA20 Jennaani anini waan jed'eeni, Waaqa gubbati nu eebise nu qarqaara, duuba nu hojattuuni isaaleeni kaane jaara. Ammo isani waan tokole Yerusalemu keesaa inqabdani, aada isiile tokole keesa injirtani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Qonqooni suni tana: Yo nami tokoleeni, d'iirafi uwa taanaani, yaamicha male d'ufe, balbala hayyuu dura eje iti olseene, nama suni ijeesu malani. Seera suni nami imbeenne injiru; worra gugurda isa jala hojatufi ka iraa hafeleeni ch'ufti imbeekha. Karaani nami seera kana jalaa bahuuni toko ch'alla: yo hayyuuni ule isaa ta worqi olqabe, akasiini nama lubbu baasa. Ammo haga bulti sodoma inni taka na iyyaamne.