Nehemia 2:18 - KITAABA WAAQA18 Anini aka Waaqi na eebise na qarqaareefi waan hayyuuni nani jed'ele iti hime. Worri waan jed'e, hayye, koota, injaara! Duuba hojuma suni kurfahani, huji jala qabatani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ammalle tatabe gara Asafu, namicha gudda badda hayyu eegule, naa kenni, aka inni mukha anini balbala mana jaba keesati Mana Waaqa eeganini mid'aasu naa kenne, ammalle mukha anini balbala Fullo naabo diraatifi mana keesati galanini jaarule. Waan Waaqi na woliini jirufi hayyichi waan anini fed'e ch'ufa naa kenne,