Nehemia 13:22 - KITAABA WAAQA22 Anini waan worra Lawitini jed'e ufi qulqulleesa, beena, balbala eega, aka nami guyya Sabato int'ureesine. Ee Waaqa kiyya, maro waan kanatifi na qaabad'i jaalala tante guddooni badi na d'owi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jennaani hayyu Yosiani qaallichu gudda Hilkia jed'anifi qaalole isa jala hojattufi ammalle nama fullo Mana Waaqa eegu erge, aka worri miha Baalifi waaqa Ashera jed'anifi urjileeni kad'atani ch'ufa Mana Waaqa keesaa alati baasani. Hayyuuni waan kana ch'ufa dira keesa baase, d'aatu laga Kidroniti gube, duuba daara isiile Betheliti geese.