23 Ammalle seera sirba ka hayyuuni baaseti jira ka balbalti worra faro farooni Mana Waaqa keesati sirbitu.
Haga inni jiru guyya ch'ufa beese waan isaa male kennaniifi.
Ammalle worri Lawi, ka d'ibiini, Mana Waaqa keesa sirba. Nami worra kanaa mataa maneeni d'aatu Mana Waaqa jirtuti gale, huji d'ibi lakise halkanifi guyya huji suni ch'alla hojate.
Bara Zerubabelitifi ka Nehemia, worri Israeli ch'ufti guyya ch'ufa wo baase, waan worri baase sunini sirbitu Mana Waaqatifi jara Mana Waaqa eeguni gololchani. Biyyiti worra Lawiti qooda worraa kennite, worrileeni qooda qaalole qaalolee kenne.