Mudhii Yohaannisii 6:8 - KITAABA WAAQA8 Anini millannaani farda borora toko arge. Nama isa yaabatu maqaani isa Duisa, Fullaani ekheraani teetuleeni isa gula deemte. Jabeenna qooda afreeso ka lafa kennaniifi, aka sheeftifi beelafi d'ukubafi bineensa alaatiini nama fit'ani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |