Mudhii Yohaannisii 3:5 - KITAABA WAAQA5 Nama dabsatu woya akana adi uyisaniifi ammalle maqa isaa kitaaba jireenna keesaa imballeesu. Aabboofi malaika isaa durati aka worri nama kiyya diideese hima. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Bineensi atini argate suni duri injira, ammo amma injiru; diquma boola keesaa imbahiini, aka balleesani. Nami lafa keesa jiru, ka maqa worraa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna keesati int'aafiini, yo bineensa suni ilaalani imaadefatani. Wonti akanatiifi inni duri injira ammo amma injiru, hegeri imullata.